Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa har’a Kootidivaaritti ifoomeera.

Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa har’a Kootidivaaritti ifoomeera.

Ityoophiyaan Ijipti, Burkinaafaasoo, Jibuutii, Giinii Bisaawuufi Seeraaliyoon waliin ramadamuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Gareewwan Biyyaalessaa Ardii Afrikaa ramaddii 9’n kan qoodaman yoo tahu warreen sadarkaa 1ffaan darban kallattiin carraa tapha waancaa Addunyaa bara 2026 irratti hirmaachuu argatu.

Ramaddii salgan irraa gareewwan sadarkaa 2ffaa qabxii fooyyaa’an xumuran 4 tapha mo’atan darbuun wal morkachuun biyyi milkoofte tokko ni darbiti.

Walumaagala Afrikaan tapha waancaa Addunyaa bara 2026’n biyyoota 10 ni hirmaachiifti jedhameera.

Yaadachiisa: Odeeffannoo wayitaawaa argachuuf Toora Odeeffannoo keenyaa armaan gadii hordofaa:

Facebook : https://www.facebook.com/juhar.mohammed.550223

Telegram Channel: t.me/Doba_District_PR_2022

Tiktock: https://www.tiktok.com/@juhar_mohammed

YouTube: https://www.youtube.com/@juharmohammed3750

WordPress: sabafhayu.wordpress.com

Published by Juhar Mohammed

Darkness cannot drive out darkness,light can do that. Hate cannot drive out hate,love can do that..Martin Luther King Jr.

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started